Dargaggoota Qaroo Hawaasaa Hidhuun,Ukkaamsuun Mootummaan Abbaa Irree Aangoo Irratti Hin Hambisu.
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Caamsaa 22, 2015 Finfinnee
Engineer Girmaa Xurunee fi Dr,Aduunya Boggaalee Dabalatee dargaggoonni Oromoo 4 Loltoota Wayyaaneen Mana Jireenyaan Weeraramuun Ukkaamfaman.
No comments:
Post a Comment