Sunday, August 25, 2013

Eeba Hawaasa Oromoo Tingvoll fi Romsdal

Eeba  Hawaasa Oromoo Tingvoll fi Romsdal
Kabajjamoota ummata Oromoo!
Duraan dursinee, maqaa KHG OCTMR-tiin, baga nagaan nuuf jiraatan isiniin jenna!!
Akkuma beekamu Hawaasa Oromoo Tingvoll fi Romsdal Norway (OCTMR) hawaasa yeroo dhiyoo keessa hundeefame ta’uun isaa ni beekama. Haata’uu malee, hanga hundeefamee asitti hujiilee hawaasa Oromoo boonssan hedduu dalaguti jira. Isaan dalagaman keesaa Aaadaa Saba Oromoo ummata biyya keesa jirutti argisiisuu, seenaa saba Oromoo barsiisuu fi Afaan Oromoo ijoollee biyya ormaati dhalatan barsiisuu dabalatee Gaafii mirga dhala namummaa kan sabin Oromoo sarbamee/dhabee jiru debisiisuuf gaafilee barbaachisaa ta’an qaama dhimmi ilaaluuf dhiyaasaa jira of-fuulduras haala cimaa ta’een kan itti fufunu tu’uu isaa ni beeksisfina. Kanaaf, Eebi Hawaasa Oromoo Tingvoll fi Romsdal Norway Fuulbaana 21.2013 waree-dura sa’aa 12:00 AM-11:00 Hlkan-qixee akka lak. EU-tti ta’uu isaa ni beeksina. Kanaaf, kootaa woliin haa kabajinuu! “Wolitti heddummatee jirbiin Arba hiiti” jedhuumiiree! Akkasumas waan dandeettan hundaan hawaasa kana jabeessuu irratti akka qooda keessan baatan abdii fi kabajjaan waamicha isinii dabarsina.
Galatoomaa!
Aadam Jaalatoo Fardoo
Dura ta’aa OCTMR.
Worldwide Peaceful Rallies Against Death and Long-Term Sentences Passed on Oromos by Zenawi's Dictatorial Regime


OSA President's, Dr. Haile Hirpa's, speech at the U.S. State Dept. during the May 21 historic rally in DC:
Videos from Washington-DC & St. Paul-MN - for more pictures, videos & updates, click here.


Gadaa.com
Gadaa.com

Gadaa.comOSA Appeals to President Obama about Repression of Oromos by the Zenawi Regime
Gadaa.comStatement from the Australian Oromo Community: Zenawi - The Most Repressive Dictator in Africa
Gadaa.comUpdates from Melbourne, Vic, Australia - for more pictures, videos & updates, click here.


“The Oromo people are counting on you, and you have to be their voice. Please do not say, 'it does not matter if I go to the demonstration or not, because I am one person.' Sure, you are one person, but one person to count on.” - Dr. Haile Hirpa