Thursday, July 17, 2014

Woyanne rounded up 3,000 Oromo students in Addis Ababa, shaved their heads and sent them to a concentration camp in Afar region (photo)

July 16, 2014 (Ethiopian Review)

10476503_676091465817735_3892202602405937202_n
Leenconni barattoonni keenya sababa saamicha lafa Oromoo finfinneef Oromiyaa bakkoota baay’etti godhamaa jiru ilaachisee gufachiisuf qabsoo dhoosun finiinsaa turan amma gammoojjii ho’aa Affaaritti geeffamuun bakka,firriif lammiin hin birmanneefitti akkanattiin akka ilmoo abbaa haadha hin qabneetti rifeensa mataasaanii irraa haadun dhaanichaan gidirfamaa jiraachun dhagahame !
Hubadhaa ! Kun waan garaa nama nyaatu, xiiqii nama qabsiisudha.
Isaan numalee, nuti isaan malee hin qabnu waan dandeessan godhaa !