The ebola infected woman is sent home in a jet which is transformed into a flying ambulance.
norwaytoday.info
Bara 2005 waamicha ABOn ummata bal’aa
Oromoof haaromseen Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG)n guutuu Oromiyaa
keessatti erga bifa ho’aan qabsiifamee haga har’aatti bifa adda addaan
mootummaa gabroomfattuu wayyaanee akka guggubaa jiru eenyullee haaluu
hin danda’u.