Friday, January 22, 2016

Abbaay Tsahaayyee Maanoo Tuqe! - Nageessaa Duubee


************************************
Dubbii Abbaay Tsahaayyee maaliif itti xiyyeeffattan ? Jechuu dandeessu.
Abbaay Tsahaayyee nama tokkoo moti. Bakka bu'aa (motoorii) sirna TPLF/ WOYYAANEE ti.*********************

Gaafa qabsoo keessa turan Koree Hojii raawwachiiftuu (Executive Committee) TPLF keessatti hogganaa Damee Siyaasaa ture. Mallas Zeenawii isa jalatti Daayirektara Giddu-gala leenjii siyaasaa ture. Hogganaan dhaabichaa Abboy Sibahaat Naggaa ture. Mallasi isaaniin haalaan waan woliigaluuf suutumaan guddisanii biodarra Bakka Abboy Sibaat kennaniif. Kanaaf namtichi nama furtuu jaraa waan ta'eef dubbii isaa akka dubbii TPLF tti ilaalla. Sirna kana duuba ta'ee kan oofaaru isa. *****************************

Ibsa kennuu maaliif barbaade? Ergaan isaa maali?************************
Ergaan dabarfachuubarbaade:
READ MORE »

No comments:

Post a Comment