Sochii Bilisummaa Oromoo fi Jaarmota Bilisummaa | Oromo Liberation Movement and Liberation Organizations
By Ibsaa Guutamaa | Amajjii 27, 2015
Oromiyaan
ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya
sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka
sarbamanitt jiru. Aadaan, dudhaan, afaannii fi eenyumaan saanii
dimshaashumatt akka lamuu seenaa keessatt sabummaa hin himannef haqamaa
turani. Jeequmsa 1960ootaaf kaasaa kan tahan tuqaalee kana turani.
Caalatt badaa kan ta’e, ummata tokko tahun saanii fakkeessaaf erga
barameefiillee, qoteebulaa lafa saa irraa buqqisanii “investor ”
sabgidduu fi naannaa kan lafaaf bishaan haddhaan faalanii fi bosona
fanfana malee cagadanitt gurgrachuun ariitii guddaaan gaggeeffamaa
jirachuu dha. |
Oromiyaan
ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya
sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka
sarbamanitt jiru. Aadaan, dudhaan, afaannii fi eenyumaan saanii
dimshaashumatt akka lamuu seenaa keessatt sabummaa hin himannef haqamaa
turani. Jeequmsa 1960ootaaf kaasaa kan tahan tuqaalee kana turani.
Caalatt badaa kan ta’e, ummata tokko tahun saanii fakkeessaaf erga
barameefiillee, qoteebulaa lafa saa irraa buqqisanii “
No comments:
Post a Comment