Friday, January 8, 2016


0:00
 
guyyaa har'aa raajii tokkoo isinittii himuu barbaada innis maalii yoo jettaan guyyaa kalessaa Yoosan Geetahuun sirba tokkoo baasee turee guyya har'allee sirbaa lammaffa baase nattii fidee ni rifadhe garuu mee namonnii hundinuu sirba kana xiyyefannan dhagahaa keessattuu maatii ijollee jalaa wareegamaniif jajjabina gudda dha yoosan galatoomi siin jedha share#comment#like# gochuu hin dagatinaa

No comments:

Post a Comment