Tuesday, January 12, 2016
This is Samuel Kumsa, 15 years old, who shot by soldiers in Ambo this evening when people came out to receive the body of martyr Abdata Olansa who was tortured to death in prison.
=======================
Kun Saamu'el Kumsaa, umrii 15, kan galgala kana Ambotti loltoonni Wayyaanee rasaasaan dhayaniidha. Saamu'eel akkuma ummata Amboo kan biroo reeffa goota keenyaa Abdataa Olaansaa simachuuf bahaniit waraanni itti baname.

Sunday, January 10, 2016
Subscribe to:
Comments (Atom)