#OromoProtests this was Hora Banti Irena, 4th year Food Science student at Walaga University, who was taken away on January 4th and found dead in river today January 6. He is from Ganchi, lIu Ababor
=============
Horaa Bantii Irranaa Yunivarsitii Wallaggaatti barataa Food Science waggaa 4ffaa ture. Djeengadda Amajjii 4 mooraa irraa fuudhamee har'a ajjeefamee laga keessatti reeffi isaa argame. Horaan dhaloonni isaa Godina Ilu Abbaabor magaala Ganchii ture. Reeffi isaas garas geeffamaa jira.

No comments:
Post a Comment