Body of Lencho Dinkessa who was shot in Ambo yesterday is now being taken from Minilik Hospital and heading to Ambo for funeral.
=============================
Reeffi Leencoo Dinqeessaa kan kaleessa Ambotti rukutamee Hospitaala Minilik irraa fuudhamee gara Amboo geeffamaa jira. Ummanni keenya Amboo akkuma barame goota kanaafis awwaalcha isiin maluun akka geggeessan abdii qabna.

No comments:
Post a Comment