Because I am Oromo Rally, Phoenix, Arizona milkiin xumurame
Sadaasa 14, 204
Jaarmiyaan Hawaasa Oromoo Sadaasa 13, 2014 hiriira ba’uun gabaasa dhaabbatni mirga namoomaa Amnesty Interrnational Onkoloolessa 28, 2014, dalagaa faashistummaa ummata Oromoo irratti mootummaan Wayyaanee raawwatu saxiluun dhiheesuu isaatiif degerssa qabu agarsiise.
ifa godhe akka fakkenyati qabatuun sagalee ummataa tahuun mootummootaa fi dhaabbiilee adda addaatti akka iyyata ummata keenya dhiheessitan waamicha isiniif dhiheessa; nuu gama keenyan iyyana ummataa keenya mootummootaa USA dhiheefane, gara fulduratis dhaabbiilee adda addaatti akka iyyata ummata Oromoo dhiheefannu jabinnan irrati hojjechuf waada galun hiriira keenya milkin xumurane.
Jaarmiyaan Hawaasa Oromoo
No comments:
Post a Comment