Tuesday, October 21, 2014

Gabaasa Hiriira Nagayaa Hawaasa Oromoo Cairo

Onkoloolesaa 20, 2014
cairohirHiriirri nagayaa miseensota hawaasa Oromoo biyya Masrtiin magaalaa Cairo fuuldura waajjira UNHCR irratti geggeeffame milkiin xumuramee jira. Akkuma durfamee hubachiifame kaayyoon hiriira kanaa ilmaan Habashaa biyya Masr jiran case baqatummaa Oromoo fudhatama dhabsiisuuf jecha Dilbata ganama saƔa 8pm irratti hiriira waamanii turan fashalsiisuu ture.

No comments:

Post a Comment