Tuesday, August 26, 2014

Breaking News:- AMBO Waraanni Agaazii Barattoota Oromoo 53 Irratti Miidhaa Guddaa Geessisuun Isaa Daran FDG Jabeesse

Gabaasa Qeerroo Amboo  Hagayya 25,2014 Goototni barattootni Oromoo Yuuniversiitii Amboo karaa nagaa mirgaa fi kan dimokraasiikaasuun gaaffii mirga abbaa biyyummaa sababa gaafataniif jecha mootummaan faashistii Wayyaanee(Itiyoophiyaa) Waraanaa Agazii Wayyaaneetiin ukkanfamani barattoota 230 mana hidhaa Wayyaanee galma mootummaa magaalaa Amboo keessatti argamutti hidhaman.
Sabboontootni barattootni Oromoo fedhii isaanii malee waraanaa Wayyaaneetiin dirqamanii akka walga’ii afaan faajjii mootummaa Wayyaanee ta’aan kan ta’ee kana irraatti barattootni Oromoo uummatni keenya Oromoon utuu jumlaan hidhamuu, qee’eef qabeenyaa irraa buqqifamuu , Ajjeefamuu, gara dabarfamuu, barnoota irraa Arii’amuu waraanaan doorsifamnee walga’ii Wayyaanee taa’uun hirmii nyaachuudha jechuun FDG guyyaa hanga guyyaa har’atti utuu wal irraa hin kutiin mormii guddaan sirna mootummaa Wayyaanee jala dhaabbachaa jiru.
Sabboontoti barattooti Oromoo 230 hidhaman keessaa waraana Wayyaaneen gara malee reebamuu fi miidhaan guddaa irra gahee hidhaa keessatti dararamaa jira keessaa  gadiiti:-

No comments:

Post a Comment