What can nationals do to help the struggle back home? Sabboonoti qabsoo ummataa biyyatti gargaaruuf maal gochuu danda’u?
By Ibsaa Guutamaa | May 14, 2014
Finfinnee
is founded in Oromiyaa and so is indisputable part of it. Oromiyaa is
under occupation for over a century. Finfinnee was turned into
headquarters of the occupying force where Oromo was forced to serve with
sweat and blood rather than getting benefit out of its formation.
After the overthrow of Darg the state of Oromiyaa and the interest it
has in Finfinnee was formally recognized by the occupying regime and a
sort of administrative structure was created for it. | Finfinneen Oromiyaa keessatt bu’uurfamte kanaaf qaama see ta’uun wal hin falmisiisu. Oromiyaan jaarraa oliif qabaa halagaa jala jirti. Finfinneen akka battala human qabateetti tajaajiltuu waan taateef Oromoon too’annoo bucuullee irraa hin qabu. Finqiclha Dargii duuba Oromiyaan humna qabatee jiruun kan fakkeessaa ta’us ifatt beekamtee caasaan bulchaa dhaabbateefii jira. Waan hariirtii ulee falfalaa fakkaatuun empayerittiin Federeeshinatt jijjiiramte. Kanaaf finnooti federeeshinaa hundi ijaaruu fi gaggeessuuf gumaacha walqixee qabu jedhamee yaadama. Kanaaf finnaan federaalaa tokko kophaa ba’aa baatu hin qabatu jechuu dha. |
Finfinnee
is founded in Oromiyaa and so is indisputable part of it. Oromiyaa is
under occupation for over a century. Finfinnee was turned into
headquarters of the occupying force where Oromo was forced to serve with
sweat and blood rather than getting benefit out of its formation.
After the overthrow of Darg the state of Oromiyaa and the interest it
has in Finfinnee was formally recognized by the occupying regime and a
sort of administrative structure was created for it.
No comments:
Post a Comment