Saturday, April 26, 2014

BARATTOOTAA FI BOONSITOOTA UNVERSIITII JIMMAA HARAMAAYAA FI AMBOO IRRAA MAASTERPILAANII FINFINNEE MORMUU DHAAN HIRIIRA NAGAA BAATAN HUNDAAF:- Humna sodaachisuuf osoo hin rifatin Faayidaa dhuunfaatiif osoo dursa hin laatin Uummata keessaniif sagalee taatanii Gamtaan gurmooftanii obboroon baatanii Gaaffii mirgaa keessan kanneen gaafattanii Uummanni oromoo isiniin booneeraa “Akka uurjii ifaa” jedhee eebbiseeraa!!!! NU BOONSITAN!!! VIVA

No comments:

Post a Comment