Afrikaa Kibbaa Keessatti Guyyaan WBO Sirna Howwaan Kabajame
Afrikaa Kibbaa Keessatti Guyyaan WBO Sirna Howwaan Kabajame
Amajjii 13, 2015
Sagantaan Teenya akkuma Aadaa teenyaa Eebba manguddootaatiin eegallee
Yaadannoo Qabsaawoota QBO irratti wareegamanii fi Faaruu Alaabaa,
Ibsa Dhaabaa fii seenaa Guyyaa WBO fi Amajjii,Maalif akka kabajuun barbaachisee fi yoom akka eegale,
Draamaa Haala yeroo ammaa mootummaa Abbaa irree wayyaaneetiin Ummata oromoo irratti geggeeyfamaa jiru agarsiisu,
Draamaa Haala yeroo ammaa mootummaa Abbaa irree wayyaaneetiin Ummata oromoo irratti geggeeyfamaa jiru agarsiisu,
Agarsiisa WBO fi QEERROO bakkuma jirrutti akka Draamaattii Qopheessine
agarsiisuu fi Gumaacha Addaa gaafachuun tinnisa WBOf argamsiisuu fi
Caalbaasiin wal booharsuutu ture.
No comments:
Post a Comment